Arsii asallaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Arsii asallaa, Health/Beauty, Sanaa.
15/02/2023
Waa'ee Raadiyoo Moqaadishoo fi seenaa Sheek Mohammad Rashaad Abdullee
=================
Raadiyoon Moqaadishoo Afaan Oromootiin akka tamsaasa eegalu namni bu'uura kaa'an Sheek Mohammad Rashaad Abdullee akka ta'an gaazexeessitoonni fi maatiinsaanii nuti dubbisne ni himu.
Sheek Mohammad Rashaad Abdullee wayita bara sana mootummaan Somaaliyaa akka hojjetaa mootummaatti isaan ramadu carraa kana fayyadamuun Afaan Oromoo gama raadiyooniin akka darbu taasisan.
Gaazexeessaa gameessi- Ayyuub Abuubakar ammoo gaazexeessaa jalqabaa ta'uun afaan Oromoon dabarsuu eegale.
Kaayyoon Raadiyoo kanaa uummata afaanicha dubbatan of jala hiriirsuuf mala maltee mootummaan Somaaliyaa fayyadame ta'us guddina Afaan Oromoof garuu ga'ee olaanaa gumaacheera jedhan gaazexeessaa gameessi Obbo Isaayyas Hordofaa.
Seenaa raadiyoo kanaa bal'inaan hubachuuf: https://bbc.in/3lAQeI6
26/01/2022
Aadaa ufii beekuun eenyuummaa ufii beekuudha.
25/12/2021
Arsoomni qorsooma
Category
Website
Address
Sanaa