Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.

Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.

Share

Waaqii kiyya naaf gahaadha.

Photos from Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.'s post 24/09/2026

Baga Irreecha geessan - Mallattoo Nagaa, Jaalalaa fi Tokkummaa

โœ๏ธ Irreechaa ykn Dhibaayyuun mallattoo tokkummaa,Ummata Oromoo biratti halluu fi siidaa ta'e.

23/09/2026

23/09/2026

Aabba Gurraacha Godaanaa (Lobochee)โค๏ธ

23/09/2026

๐Ÿ‘‰"Mallattoolee gowwaa"
๐ŸšจYo beekaan mirga gore,
Inni bitaarra deema .
Yeroo beekaan ol deemu,
Innimmoo gadi deema.
Waan silaa dhageeffatu,
Inni namatti himaa.
Gabaabduun isaaf dheertuu,
Dheertuun isaaf gabaabdu.
Galatii isaaf jibba
Jibbii isaaf galata.๐Ÿ”ฅ

Photos from Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.'s post 22/09/2026

22/09/2026

๐ŸŒฟ Uffata Aadaa Oromoo Bareedaa โ€”
Mana Faaya Immu keessatti Uffata Aadaa Oromoo Fashion taโ€™e, Design mimmidhagaa fi qulqullinaan hojjetame argattu.

๐Ÿ“ Teessoon: Magaalaa Adaamaa, German City Mooloo irratti argama.

Ayyaana Irreechaa kanaaf Designwwan mimmidhagoo hedduu waan qopheessiine jiruf, dursitanii daawwachuun filannoo keessaniif gaarii dha. ๐ŸŒฟ๐Ÿ’šโค๏ธ

๐Ÿ“ž Bilbila: 0912 053 07


Digafe Negese

22/09/2026

Me ofuma dhowwii qubaan tuqi๐Ÿ™๐Ÿ‘‡ Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.
Facebook for Creators

22/09/2026

Meeshaa Aadaa kun maal jedhama?
The Following Facebook Mentions
Facebook for Creators
Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.

22/09/2026

Eebadhaasoo nullee qabaadhi

Website

Address


Jimma, Oromia Region
Awassa