Gammee Firoomsaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gammee Firoomsaa, Health/Beauty, Dire-Dawa University, Dire Dawa.
FB nkoo Kun follower xiqqoo qaba follow godhaamee!
22/11/2025
kottaa follow godhaa
18/04/2024
█▓▒L░I░K░E░M░E▒▓█ Follow me 💚
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓
゚
06/04/2024
☑️Start with GOD
☑️Stay with GOD
☑️End with GOD
This is my principal life
𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐐𝐀𝐋𝐁𝐈𝐈 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀
√ 𝐎𝐬𝐨𝐨 𝐚𝐫𝐠𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐲𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐬𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐦𝐮𝐧 𝐛𝐮'𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮.
√ 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧𝐮𝐮 𝐲𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐢𝐧 𝐝𝐮'𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐮.
✓ 𝐊𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐮 𝐡𝐨𝐫𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚𝐠𝐚𝐫𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮.
✓Jiruttii kana keessaa osoon du'ee jechuu irra waan yeroo duutu si fayyadu qopheeffadhu.
✓karoorfachuu qofa osoo hin taane karoora kee hojiitti jijjiiri.
✓Carraaqachuun bu'aa qaba osoo siree irrattis taatee.
✓Teessee haasuma qofa haasa'uurra cal'istee deemuutu caala.
✓Gowwaa ta'anii quufuu irra qaruuxee ta'anii beelahuutu caala.
✓Beekumsi kee nama yoo hin fayyadin wallaalli kee eenyuunuu hin miidhu.
✓Lafti nama irraa qotee nyaatu osoo hin ta'in kan irra ciisee nyaatu komatti.
✓Suuta suutaan kan tarkaanfatu bakka guddaa gaha.
✓Mul 'ata dheeraa namni qabu nama hunda caala osoo gabaabaa ta'eellee.
✓Nyaachuuf qofa yoo jiraatte harreedhaan garaagarummaa hin qabdu.
✓Saba keetiif ykn maatii keetiif Yoo Bu'aa hin buufne eenyuufuu Bu'aa buusuu hin dandeessu
31/03/2024
Moving to forward with new vision
Category
Website
Address
Dire-Dawa University
Dire Dawa
1362