Jachoota jalalaa fi jalalaa dhugaa

Jachoota jalalaa fi jalalaa dhugaa

Share

Jaalalaa dhugaa

16/10/2026

Love

16/10/2026

Big shout out to my newest top fans! 💎 Qash*tti Anuma

Drop a comment to welcome them to our community,

13/10/2026

JACHOTAA JALALAA

Osoon namaan si dheessuu bakkaan si kaayuun dhabe. Lubbu_tiyyaa Onnee koo keessa si kaayuuf tasa na keessaa baata ja’een shake. Baredu_ko Harkatti si qabachuuf akka birillee na harkaa buute caphxa ja’een sodaadhe.san on Osoon namaan si dheessuu bakkaan si kaayuun dhabe. Lubbu_tiyyaa Onnee koo keessa si kaayuuf tasa na keessaa baata ja’een shake. Baredu_ko Harkatti si qabachuuf akka birillee na harkaa buute caphxa ja’een sodaadhe.seniyee Hundaafuu tan ijibaattaa foon koo walakkaa si gad dabarseen, lafee too siif cabsee dhuha too keessa si kaayadhee akka umrii guutuu qaama koo keessa jiraattuuf. Siin jaaladha seenaa_tiyyaa

12/10/2026
11/10/2026

Issini jaaladha

11/10/2026

Category

Telephone

Website

Address


Deder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jachoota jalalaa fi jalalaa dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Deder.