Tokkoffaa Agaarfaa

Tokkoffaa Agaarfaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tokkoffaa Agaarfaa, Health/Beauty, Agarfa.

26/04/2025

‎Carraa Darggaggootaaf ‼️
‎ 🇪🇹====🇪🇹=====🇪🇹
‎👉Ministeerri 𝗥𝗜𝗕 Dargaggoota Ulaagaa Guutan 𝗜𝗱𝗶𝗹𝗲𝗲 fi 𝗢𝗴𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 G𝗮𝗿𝗮𝗮𝗴𝗮𝗿𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗻 Leenjisee Hojiitti Galchuu Barbaada Kanaaf;
‎
‎🇪🇹➡️1. Galmee Iddillee tiif
‎🇪🇹➡️2. Ogummaa Garagaraa Kanneen Akka:-⤵️
‎
‎ 🇪🇹 Ogeessa Seeraan,
‎ ➡️ Ogummaa Fayyaan,
‎ ➡️ Ogummaa Mahandisummaa,
‎ ➡️ Bulchiinsaa Qabeenyaan,
‎ ➡️ Ogummaa Maashinistii
‎ ➡️ Ogummaa Taappiseerii
‎ ➡️ Ogummaa Qalama dibuu
‎ ➡️ Ogummaa Gommistaa
‎ ➡️ Maanaajimentii geejjibaa
‎ ➡️ Qorannoo Nyaataa (Food nutrition)
‎ ➡️ Ogummaa Sappilaay (Supply)
‎ ➡️ Ogummaa Injiinaringii Tekistaayilii
‎ ➡️ Ogummaa gaarmeenti injinaringii
‎ ➡️ Ogummaa Saayibarii
‎ ➡️ Ogummaa Galaanaa
‎ ➡️ Ogummaa Bittaa fi Faayinaansii
‎ ➡️ Ogummaa Aartiin
‎ ➡️ Ispoortii fi kkf Ministeeraa Raayyaa Ittisaa Biyyaa filachuun leenjisee hojiitti galchuu barbaada waan taheef, Dargaggoonni Ulaagaa Ministeerri RIB Baasee guutaan hundi carraa hojii kanatti akka fayyadamaatan isiin beeksifina.
‎Ulaagaawwan Barbaachisaan Waajjiraallee Nagaa fi Milishaa Aanaa fi Gandoota Sadarkaan Aanaa keessaniiraa argatu waan ta'eef itti fayyadamaa.
‎
‎👉 Ergan Kun I/G Baallii Dargaggoo Aanaa Agaarfaa Obbo Mubaarak Seeyfuu irraa isiniif dabre!🙏
‎ Carraa Gaarii Isiiniif hawwina Dargaggoo Aanaa keenyaaf‼️

Category

Website

Address


Agarfa