Jemal edao anato

Jemal edao anato

Share

shaashamanne finfinnee itiyophiyaa

10/07/2026

Magaallaa tokko jira magaallaa kana keessati hoggaansi kamuu nama midiyaadhaan isaa farsuu qaba ini kuni sababaa maalif kaayyoon isaa hoo maalidhaa Kani jedhuu gafii namati uumaa akaasumma namooni baayyee mursaa qofaa osoo nama qubani lakaahmaan Kani hin farfaamnee jiruu isaan Kunin hoo maalif hin farfaamnee namooni Kunin namootaa akamit ?

Photos from Jemal edao anato's post 05/07/2026

Bilisuummaa soba irraa gabrumma dhugaa woyyaa
Sobani wooli bilisoomsuu irraa dhugaan wooli gabroomsuu woyyaa
Injifaannoo soba irraa mohaatamuu dhugaa woyyaa
Sobani wooli sosobbu irraa dhugaan wooli bochisuu woyyaa
Firummaa soba irraa dinuumaa dhugaa woyyaa
Ergaan kuni sabbaa koo oromoof
Isiin jabaadhaa Sabaa koo isaa woolit du'ee isaa woolit turee

05/07/2026

Dhugaan oromoo hagaa maquuti ilmaani oromoo hangaa lubbuu dhabbuuti oromiyaa hangaa samaanit oromoo hangaa wooli nyaachisaanit hangaa oromoo xiqqeessanit wooraa Ani amaaraa ofin jedhaani tanafi hin ta'u hojii hin qabani waan hayyooni oromoo dubaataan jelaa deemaani dhageefaatani oddeessuudhaa hojiin isaan karamaa kanini jibbaa oromoof qabanis ergaa jibinsaa dabaarsuu jarii kadhaatuun tuni yoo didaani amaaraa oromiyaa keessaa baasuu jelqabna yokkan adaabaatani haa ta'ani

29/06/2026

Itiyophiyaa itiyophiyaa itiyophiyaa maali itiyophiyaa bara hamma bara ilmaani oromoo nyaatuu tuni hangaa ilmaani oromoo nyaatuuti hin ta'uf itiyophiyaa oromoo nyaataa oromoon jiraatuu woruumaan itiyophiyaa haa faarsuu kaleessi itiyophiyaa farsee hin beekuu hadhaasi hin farsuu sababni isaa ertiraa gadii waan hin taneef gababumati ertiraanuu ertiraa jedhaamtee sababni Ani itiyophiyaa jedhamuu hin jiruu saanuu osoo isiin ilmaani oromoo nyaatuu

Photos from Jemal edao anato's post 28/06/2026

Kani oromooti hojaatuuf Kani oromoof hojaatuusi Kani beekkuu rabbii
Ana kamtuu oromoo hojaataa kamtuu oromooti hojaataa naf hin galee waan isaa Yaa sabbaa yoo isiinfi galee naafi himaa enyuutuu oromoof hojaataarraa enyuutuu oromoorraati hojaataarraa naf hin galee Yaa sabbaa ani ergaa hacaaluun du'ee dhugaan oromoo hacaaluu woolin waan awaalmtee natti fakkaataa silaa dhugaa hacaaluusi ni baatii waan dhugaa hacaaluu baddeef Kani oromoof hojaatuusi Kani oromooti hojaatuusi naf galuu diddee Kani oromoo hojaataa jennuu kamuu dhugumma oromoo hojaataa oromoo qabsaahaa dhugaaf qabsaahaa dhugaaf hojaataa ta'e Kani Ani oromoo ofin jedhuu hunduu dhugaa hacaaluu hin awaaluu turee Yaa sabbaa dhugaa mucaa kana waqaayyoo haa baasuu nama dhugaa isaa awaalee sanyii isaa hundaa waqaayyoo kiichuu haa awaaluu sanyiin isaa hin ababiin sanyiin isaa haa ciituu boolaa hacaaluu dadhiin ha guutuu silaa maali jedhaa kana caalaa waan jedhuun woolaalee nama akka hacaaluu Kani jechiis ta'e goochii hin ibsiinnee silaa Ani maali jedhaa waan hundaa waqaayyoof dhisseeattee bakka hin gahiin dhalaattee hin ababiin Kani hacaaluu ajeessee waqaayyoo haa

Photos from Jemal edao anato's post 28/06/2026

Hiyyi hacee osoo gadiinuu woggaa jaha geenyee maali godhaa hadhoo koo hacee anaa haa nyaatuu leencaa koo maali godhaa maali godhaa gubbaani gara fooni hin hodduu jedhaa oromoon hacee koo

24/06/2026

Hoggaansaasi hamma tokko foyyee qabdani yeroo darbuuf jetani hin butaamin hin sobamina obsan rakkoo kamuu danda'a ciimaa dhabadhuu Hali Amma jiru kuni hunduu ni darbaa kanafi ciminaani maqaa biyyaas uumaataa keessaanis egaa booruu seenaani akka isiin hin himannee uumaataa keessanif jiradhaa sobdootaaf samtootaan hin butaaminaa jabaadhaa iddoo kamuu hoggaansi yeroon barbaddu yeroon boddaa ni dhufaa wonti kamuu yeroo isaa egaataa malee siraachuun isaa hin hafuu

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Cloud 9
Addis Ababa
1200