Koo wayyaa

Koo  wayyaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Koo wayyaa, Health/Beauty, Sabata, Addis Ababa.

Photos from Koo  wayyaa's post 04/01/2026

Inisheetiiviiwwan keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun walitti hidhaminsa gabaa taasifameera.

Ayyaana Qillee sababeeffachuun Inisheetiivii Galaan Guddaa keessatti yeroo jalqabaaf bittaa fi gurgurtaan gaggeeffameera .

Inisheetiiviiwwan iddoo Oomishaa qofa osoo hin taane bakka gurgurtaa keessatti gahee olaanaa qabaachuu himameera.

Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Galaan Guddaa Obbo Indaashaaw Tarreessaa Inisheetiiviiwwan Beelladaa yeroo ammaa akka Aanaa keenyaatti qabnu keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun sangootaa fi hoolota iddoo hojii isaaniitti akka gurgurataniif walitti hidhaminsa gabaa taasisuun waldaaleen bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu himaniiru.

Hojiiwwan inisheetiiviiwwan keessatti hojjetama jiran waldaalee keenya fayyadamaa taasisuuf abbootii qabeenyaa fi namoota dhuunfaa afeeruun bittaa gurgurtaan yeroo jalqabaaf gaggeeffameera.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Sabata
Addis Ababa