Dr Bulti Health Tips
Your daily dose of trusted health tips, medical insights, wellness advice, and disease prevention strategies!
Learn, stay healthy, and live better.
#YouTube kiyya link gadii kana SUBSCRIBE👇 godhaa🙏🥰👇https://www.youtube.com/@drbulti
Baga bara haaraa geessan!
Happy New Year 🎊 ✨️
04/08/2026
OF AJJEESUU?
Biyya keenya keessatti gochi of ajjeesuufi du'a suukkanneessaa tahe hedduu mul'ataa jira. Dhaloonni ammaa keessumaa dargaggoonni aarii xiqqoo ishee qabaannaan of balleessuu filatu.
Kun maaliif ta'e jennee yoo ilaalle, inni jalqabaa abdii dhabuudha.
Namni abdii, obsaafi amantii hin qabne murtoo fokkisaa fudhata.
👉 OBSA: Namootni obsa qaban akkuma warqee ibidda keessatti meeqa gubatee bahee morma, quba, addaafi gurra irra taahuu gaaf tokko ni barbaadamu! Jireenya jiraannu kana keessatti qorumsaafi gadadoo akka carraa jireenyaatti ilaaluu qabna malee carraa du'aaf itti fayyadamuu hin qabnu!
Jireenya namoota nuyi dinqisiifannuu hedduun isaanii kufaatii hamaa keessaa dhufanii olbahanii ifu! Sababni obsadha!
👉ABDII: Abdiin humna borutti ittiin cehaniifi carraa jiraachuu kan ittiin argataniidha. Abdii kutachuu dhiisuun tarkaanfiin jireenyaa akka itti fufu taasisa.
Kan nyaatanirra kan abdatantu caala jedha Oromoon!!
Abdii qabaannaan ni baratta, ni daldalta, bultii ijaarta, qabeenyas ni argatta; abdii hin qabdu taanaan osoo hojjettee carraa hedduu bira gahuu dabdeessuu harka olkaastee du'atti of kennita!!! Itti yaadi....Boriikeef waan gaarii yaadi....!!
👉AMANTII: Namni amantaa isaatti jajjabina hin qabneefi uumaa isaa hin sodaanne, adeemsa inni deemu itti bitaacha'a! Jireenyuma jiraatuun kiyyeeffamaa oola; Uumaa isaa waliinis walitti bu'a! Jireenyi hafuuraa haalaan barbaachisaadha! Akka jireenyaa, hojii, uumaafi uumamaa baruuf amantii ofii Waaqa irra kaawwachuun dhimma filannoo hin qabneedha!!!
Walumaagalatti, waanan jedhu yoo jiraate;
1. Waan girrisee dabruuf of hin dabarsiin !!!
2. Qabeenya dhabuun hiyyoomuu, jaalalaan miidhamuu, kasaaruu, jibbamuu, lolamuu, dagatamuu....kkf tahuu mala!
Kan hin dabarre waan hin jirreef dhimma lubbuu Waaqayyo nu keessa kaahetti murteessuu kana irraa dhalootni of qusadhaa!!!!
Hub: Obboloonni keenya biyya adda addaa irraa ofan ajjeesa; Sagalee koo ishee dhumaan waraabaa jira 'bye bye' jettan xiqqoo itti yaadaa!!! Rakkinni haaraan ilma namaa irra gahee hin beekne, sirra hin geenye !!!!
Nagayaan naaf turaa......!!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Via: Turaa
👇👇👇👇
https://www.youtube.com/
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Koos Keeti Kennaa, Berhanu Bitima, Finfinnee Oromiyaa, Junedin Jamaal, Wakjira Terfa Gofare, Lammii Fufaa, Mohammedraha Jihad, Sanyii Yee Jimma Lijii, Anis Kayyooni Qaba, Dino Jamal Jamal, Yeroosan Oftanaa, Musxafaa Rawwee Abd, Lami Hambaye Jaleta, Ayantu Biyena, Girma Bayisa, Badasa Fikiru Horo, Kejela Fixe, Alawen Amino
17/07/2026
Please subscribe my YouTube channel here👇
👇👇👇
https://www.youtube.com/
Hello, every medico out there! 👋
Is there anyone who knows ?
Waiting for your comments!
Please think medically 🤣
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Geleta Meku, Iyyaasuu Fayisaa, Ibroo Ibroo, Firii MO Ichaa, Sìdìsê Dejene, Ifaa Bokii
03/07/2026
Karaa gorsa waa'ee fayyaa gaggabaaboo ta'an argachuuf link gadiin seenaa, godhaa🙏
Coming soon 👌
👇👇👇
Dr Bulti Health Tips Your daily dose of trusted health tips, medical insights, wellness advice, and disease prevention strategies from Dr. Bulti. Learn, stay healthy, and live better. 🩺 Dr Bulti Health Tips
28/06/2026
walqabatee rakkinoota dhiirota irratti mul'ataniif sababoonni maal faati?
🟢 Sigaaraa xuuxuu, alkoolii baay'isanii dhuguu, qorichoota hadoochan fayyamuu
🟢 Dhukkuba dhiibbaa dhiigaafi sukkaaraa
🟢 Hormooniin dhiiraa hir'achuu
🟢 Qorichoota adda addaa fudhachuu
🟢 Dhukkuba narvii
🟢 Maatii lamaan gidduu walii galteen yoo hin jiraanne
🟢Ofitti amanamummaa dhabuu
🟢Hojiitiin walqabatee waan itti dhiphatan yoo jiraate
🟢Saal_qunnamtiin walqabatee kanaan dura rakkoon yoo mudateera ta'eefi kkf.
🙏Fayyaa nutti hin waakkatiin🙏💓
☆☆☆☆☆
© Dr Bulti Health Tips, 2026
🙏🥰
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Àlēx Sæ, Caalaa Dhugumaa, Bilisummaa M***aa, Hafiz Dinee, Ahmad Sa Id, Tokummaan Jalaalaa, Alamudin Said, Miftaa Aliyyii, Murti M***a, Simoon Nagarii Firisa Simoon, Melkamu Ayele Chuluke, Negaso Wakshuma, Obsan Wayya Aliyi, Angasa Boja, Kìçhùùé Mamo, Abdulaziz Mohammed, Sinbone Abara, Gazzaany Baqqalaa, Moaa Mosisa, ام رسيل للعطور السودانيه, Abaadir Suleeman, Godena Bedane
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Dr Bulti Health Tips posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.