Qoricha Hattuu

Qoricha Hattuu

Share

Fuuldurri keenya ifaa dha

16/09/2026

ayiiii yaa haadha ormaa

16/09/2026
04/09/2026

๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿต/๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿฎ๐Ÿฒ
๐—˜๐—ฎ๐˜€๐˜ ๐—”๐—ณ๐—ฟ๐—ถ๐—ธ๐—ฎ ๐—˜๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—บ๐—ฎ๐—ถ๐—ป๐˜ ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ ๐—˜๐˜ƒ๐—ฒ๐—ป๐˜ ๐—ข๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐˜‡๐—ฒ๐—ฟ ๐—ง๐—ฒ๐—ฎ๐—บ.!!!!!
MEE KUMKUMMEEEE!!!!!
IRREECHI BARA 2019/2026
Dhufaa Jira!
Ati Qophooftee!
Isin Qophooftanii!
Nus Kunoo akkasiin Uffata Aadaa keenyaan faayamneeโ€ฆ
Finfinnee Misooma Koriidaraan Miidhagde Miidhagsinee Qophiiwwan hedduu waliin isin eegaa jirraโ€ฆ
East Afrika Entartment and Event Organizer Team!
Finfinnee Bakkeewwan Misooma Koriidaraan miidhagan,nus akkasiin
haalluu Oromummaa fi Miira Irreechaan Mimmiidhagsaa jirra!
sin hooโ€ฆ
Qophooftanii???
Qophiiwwan keenya
๐ŸŽถ Bashannanaa
๐Ÿƒ๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ Fiigicha Irreechaa
๐ŸŽค Sagantaalee Muuziqaa fi Bashannanaan
isin eegaa jirraโ€ฆ
Tokko illee isin hin darbiin!
East Afrika Entartment and Event Organizer Team.

Photos from Qoricha Hattuu's post 03/09/2026

๐ŸŒพ ! ๐ŸŒพ
โ€‹Aadaa fi faaya keenya miidhagaa kanaan, East Africa Entertainment & Event Organizer ayyaana Irreechaa bara kanaatiif qophii gahaa fi ajaa'ibsiisaa ta'e godhaa jira!
โ€ข โ€‹โž  fi Aadaa Keenya miidhagsuu fi mullisuu irratti argamna!
โ€ข โ€‹โž  Bara 2019 โ€“ Haala adda ta'een!
โ€‹ ๐ŸŽ‰ Eenyummaa Keenya agarsisuuf Waliin Qophoofneerra!
โ€‹Muuxannoo olaanaan sagantaalee bashannanaa fi qopheessuu event garaagaraatiin kan beekamu East Africa Entertainment and Event Organizer, amma immoo Irreecha Bara 2019'f qophiilee addaa fi haaraa hedduu qabatee dhufaa jira.
โ€‹"Finfinnee Misooma Koriidaraan miidhagdee isin simachuuf qophoofteetti; nus haala kanaan miidhagnee isin simachuuf qophiitti jirra. Isin hoo, qophooftanii?"

โ€” East Africa Entertainment and Event Organizer
Aadaa Keenya Miidhagsuun, Mul'ata Keenya!

21/08/2026

..!
marii Biyyoolessaa keessaa muraasa!
1. Finfinneen Magaalaa guddoo oromiyaa teessoo mootummaa naannoo oromiyaa akkka taatu!
2. Afaan Oromoo afaan hojii Mootummaa federaalaa akka ta'u
2. Guyyaa irreechaa kalaandariin akka cufamu!
3. Guyyaa jumaa saatii 5-8 tti eeyyamni akka kennamu akkasumas Hijaabni iddoo kamituuu akka eeyyamamu!
4. Kan hate umurii guutuu akka itti murtaa'uu!
5. Alaabaan Itiyoophiyaa inni walakkaa jiru hidha Abbayyaa ykn mallattoo Adawaan akka bakka bu'u..!
6. Kanaa booda parshaal perezeedanshaal akka ta'u fi aangoon marsaa 2 qofa eeyyamama..

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qoricha Hattuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.