Miila Bakar
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Miila Bakar, Health/Beauty, Dubai.
18/05/2026
!
Hirkattummaa Irraa Gara Oomishtummaatti
_______
Hirkattummaa fi kadhaan qaanii ta'uu isaa qixaan hubachuudhaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf xiiqiin hojjachuu irratti kan argamu Paartiin Badhaadhinaa sagantaa diinagdee dam-daneessa bocee hojiirra oolchuudhaan bu'a qabeessummaa isaatiif tattaafachaa jira.Gama kanaan carraawwan misoomuu qabnu hunda fayyadamuuf tattaaffii godhamaa jiruun galmoonni sagantaa dinagee qabaman dhugoomaa jru.
Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti Kilaastara Bishingaa Shanyii filatamaa Gandoota Aanichaa keessatti misoomaa jiru.
Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti.
07/05/2026
KAADHIMAMTOOTA BADHAADHINAA HAA BARRU
Godina Hararghee Bahaa
Naannoo Filannoo Bokkoo
Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa
Kaadhimamtoota Paartiin Badhaadhinaa Mana Marii Bakka Bu'oota Ummataa fi Caffeedhaaf Dhiyeesse
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Dubai