Biiftuu Oromiyaa
follow,like&share��
Ijjolle biyya araba jirtani free internet harawaa share walif godha 🆓🛜🇸🇦🇦🇪
Of-Eeggannoo ijoolleen Biyya Ambaa Jirtaniif🇪🇹🇰🇼🇸🇦🙏Mallattoo Magariisa Bilbila Keessan Irratti Argitani Beektuu?
Ijoolle biyyaa araba jirtan maloo of eggadha 🙏Akkaataa Ittiin Namni Bilbila Keessan Hordofaa Jiru Addaan Baafattan fi akkamitti akka ofirra off gootan video kana ilaala!👀🤳
Hubannoo Nageenya Appilikeeshinii IMO🇰🇼🇸🇦🇶🇦🇪🇹💯🙏
Akkam jirtu kabajamtoota kiyya? 👋
Keessumattuu obboleettota kiyya biyya Arabaa jirtanii fi hojii irratti dhiphattan, nageenyi (privacy) keessan baay'ee murteessaadha. 🔒 Namni biroo akka salphaatti account keessan akka hin hordofneef maal gochuu qabdu?
Of egadha! Ijjollen keenya biyyaa Araba Gola Nama Keessa Jirtaan Kaameeraan dhoksaa bakka hunda jiraachuu danda'a! ⚠️
Akkaataa bilbila keessaniin kaameeraa dhoksaa itti argattan! 🕵️♂️"
Jaarsa argattee jirta jettanii waaroni naa gaafatan💍✨
Gorsa Bultii: Dirqama Haati Manaa Abbaa Manaaf Qabdu 💍✨
27/02/2026
🥰🤷🥰