Gurraacha Koo Page
YESUUS KARAA JIREENYA DHUGAA!!!! http://gutamatariku.website3.me/
24/08/2026
Follow me Gurraacha Koo Page
22/08/2026
"Inni na gargaare
onnee koo keessa jira,
Inni na miidhe immoo
sammuu koo keessa jira.✍️
Follow me 👇👇👇
Gurraacha Koo Page
Bara hundumaaf godoo kee keessa utuun buufadhee! Gaaddisa bobaa kee jalattis utuun kooluu galee*!
Faar 61:4
Gurraacha Koo Page
Waan darbuuf mootiin dhalasaaf aangoo dabarsaa
Taayitaan takkaa hin dhabamuu sanyii isaa keessaa
Abdii qabdanitti gammadaa; rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuuttis cimaa*!
Roomaa 12:12
17/06/2026
Follow me Gutama Tariku Page
Addaam inni lammaffaan Isa du'aaf sababa ta'e osoo hin taane isa jireenya bara baraaf sababa ta'edha!
YESUS JIREENYADHA❤️
28/02/2026
!
Galman aggaame ga'uufani
dorgommee koo hin xumurree
Har'as kaachuuttan jira
fiigichi koo hin goolabamnee
Gufuuf qoreen karaarraa yoo
na dhaane miilla koo
Iddoo galma koo jira har'as
agartuun kan koo