Isihaq Yasuuf
Hojii gaari saba kootiif nan hojjedha Ani baraatadha
24/12/2023
What a generation
10/10/2023
Bara seetaa barasaa
Bara fiiksee macheessuu
Bara hattuun waa hate
Abbaan haqaa hadheessuu
Bara fayyaan dhibamee
Dhibamaan ofiin fayyu
Bara ekeraan boolla ciisee
Teessoo dhaaluu dhaaf iyyu
Bara namni lallabee himuu
Halluu qilleensaaf dhuufuu
Bara haadhaaf abbaan
Kiyyoo ilmaatiin kufu
Bara hantuutni fuuchuuf
Adduure gaafatattu
YAA BARA KANA
10/10/2023
Biraanuu biraanuu biraanuu ajjeesanii biyyaa godaanu
Telephone
Website
Address
Algee
Metu
Metu