Abdi Warra Qallu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdi Warra Qallu, Health/Beauty, Harannaa Bulluq, Angetu.
Namoonni tokko tokko waa'ee kee waanuma ati hin beekneyyuu waan baay'ee beeku.
Beekkamtii fi jiruu duniyaa akka waan guddooti hin laalin haftuudha lachuutu .waan gaarii Tokko dhalootaf lafa kaahi dabri
05/11/2025
26/2018
Godina Baalee Aanaa Harannaa Bulluq Ganda Deeggaesa Dubartoota Ulfaa fi Daa'imman Waggaa 1gadii,Ganda Bakkaayyeetti Deeggarsa Dhaabbata UNICEFtiin deeggarsi maallaqaa taasifamuu dhaan Agarsiifni nyaata madaalawaafi Sirna nyaataa bakka hooggansi gandaa,ogeessonni waajjira aanaa akkasumas keessummaan dhaabbaticha kana bakka bu'ee argamanitti sagantaan kun kan taasifame ta'uun isaa ibsame.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Angetu
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Abdi Warra Qallu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.