Kana beektu?

Kana beektu?

Share

addunyaan maal keessa jirti!

05/09/2025

Sayinsistoonni seelii buhuuraa (stem cell) irraa sparmii fi hanqaaquu umuuf guddina agarsiisaa jiru jedhame .gara fuula duraatti namoonni umaamaan ulfaahuu hin dandeenyeefi gahiila saala walfakkataa qaban karaa kanaan dhala argachuu ni dandahu jedhamee abdatama .malli kunis in vitro gametogenesis (IVG) jedhama. Haa tahu malee technologiin Kun yaada walfalmisiisaa qabachuu dandaha .IVG Kun amala dahimmaniif ni filata.dahimmaan karaa kana dhalatan "dahimmaan dizayineerii”jedhamanii waamamu .ogeessonni namoonni teknologii kana fayyadamaan hubannaa fi itti gaafatamummaa fudhachuu akka qaban akeeku.

Category

Website

Address

Borana
Addis Ababa
0941@38

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kana beektu? posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.