Caltuu kedir
Dhiira essattu bultiif sirritti ta'aa dhugaa naaf hima mee naan barbaade🙄
05/10/2026
Dhugaan jiru kanuma afaan oromooti 🙏🏾aslidin mommad seena
05/10/2026
congratulations umu seena
05/10/2026
Afaan oromooti
05/10/2026
Oromoon miidhaginna addunyaati hortee saba Guddaati ummata jaalalaati fi kabajaati
Baga irreecha geessan 🌳
05/10/2026
Siitu dhadhaabata naaf tahe ja’e haceen hadha wabiitin guddadha kukuule goota Oromoo 😢❤️🙏🏾
05/10/2026
Ani osoon onnee malee Uumameeyyu tiruu fi somba kiyya qofaanin si jaalladha bar!🫶🫶🫶🙏
04/10/2026
Jaalali osoo bifa qabate siif Ibsa ture ❤️❤️❤️
04/10/2026
Farda sidaa dabalee 😎
04/10/2026
MuNa😘@
04/10/2026
❤️🌹 Ƙaunar Annabi Muhammad ﷺ ba ta gushewa daga zuciyar mai imani.
Mu yawaita salati ga Manzon Allah ﷺ, domin ƙaunarsa abin alfahari ce. 🤲💚
اللهم صل وسلم على نبينا محمد ﷺ
ﷺ
Category
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Caltuu kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.