Guji Pictures

Guji Pictures

Share

Never blame anyone in your life � �

Photos from Guji Pictures's post 01/09/2026

Lookoo Shamarran Gujii 🌳🖤

23/08/2026

Barri kun bara bade waaqa ati nu baasi😭😭😭😭😭

17/08/2026

Wanti hin dabarre hin jirtu

Photos from Guji Pictures's post 16/08/2026

Godina Gujii Lixaa, Aanaa Malkaa SoddaaGanda Gaalloo Bokkoolaa , Misooma Marga Beellada Jallisiidhan Misooma jiru. Misoomni Margaa:
Furdisa Beelladaatif
Madda Galii ta'uudhan,
Humna Oolaa ykn Hongee dandamachudhaf.
Biyyi Keenna Misooma Margaa heddumnan fi Qulqullinnan Oomishuudhan, Fedhii akka biyyatti qabdu fi bu'aa Misooma marga irra argachu dandeennu biyyaa mirkaneessu dandeennudha. Marga Jallisiidhan Oomishun karaa itti fuufinsa qabun cimee yoo itti fuufe waggoota muraasa keessaatti, Carraa hanga amma hin tuqamne biyya milkeessu dandettu keessa biyyi keenna isii tokko ta'uu dandeetti. Dhabbileen Qoranno fi Qo'anno hojii kana milkeessudhafi akka inni bu'aa qabeessa ta'e gochuu keessatti gahe bakka bu'iinsa hin qabne taphachuu qabu.

16/08/2026

Bulee Horaa

Photos from Guji Pictures's post 16/08/2026

Bulee Horaa ❤️

Photos from Guji Pictures's post 15/08/2026

‎Boordii Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaaf; Dhaabbilee Miidiyaa fi Qaamolee Mootummaa Dhimmi Ilaallatu Hundaaf!
‎የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ፣ ክፍያውን ወዲያውኑ ያለምንም መዘግየት እንዲፈጽሙ በአክብሮት እንጠይቃለን።
‎
‎Dhimmi isaa: Kaffaltii qondaaltota filannoo akkaataa waliigalteetiin kaffalamuu qabu ilaalchisee.....
‎
‎Jalqaba jaalala biyyaa fi miira itti gaafatamummaa lammummaa olaanaa qabuun akka qondaaltota filannootti imaanaa itti kenname amanamummaa, garaa qulqulluu fi of eeggannoo guddaadhaan raawwatanii hojii isaanii milkaa’inaan xumuranii jiru.
‎
‎Haa ta’u malee, erga hojii isaanii xumuranii ji’a lamaa ol kan darbe ta’us, hanga ammaatti akka waliigaltee isaaniitti mindaa fi kaffaltiin kaffalamuu qabu osoo hin kaffalamin hagayya 8 gaheera!
‎
‎Qondaaltonni filannoo dhiibbaa hawaasummaa fi diinagdee jalatti tajaajila waan kennineef, akkaataa waliigaltee seenameen kaffaltiin seera qabeessa isaanii hatattamaan harkifannaa dabalataa tokko malee akka raawwatamu kabajaan isin gaafataniiru.
‎
‎Sagaleen kun qaamota dhimmi ilaallatu bira akka ga’uu fi xiyyeeffannoo akka argatuuf miidiyaaleen, falmitoonni mirga namoomaa fi qabsaa’onni hawaasummaa sagalee qondaaltotaa akka ta’an waamicha Dabarsineerra. Dhugaa Hordofi
‎
‎Sagaleen Qondaaltotaa Haa Dhagahamu!
‎ !
‎ !
‎ !

Photos from Guji Pictures's post 15/08/2026

Nama damma bitu mention godhi me 😢

14/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Daawit Abdisaa, Tokkumaa Buzuna, Samuel Safayi, Gaaddish Neenqoo

Category

Telephone

Address

Addis Ababa