Araarsoo feesal Abdukariim
Oromummaa
17/02/2025
Rr
10/08/2022
16/07/2022
Mee Wal Baraa Jabaa Nam Keenyaatii‼
Dureeysa Gamna Oromoo👌
📌Abbaa Qabeenyaa Oromoo bara 2014 Gibira sadarkaa biyyaattii tokkoffaa kafale. Qarahii 1,511,173,793 (Biliyoona tokkoo fi miliyoona dhibba shanii fi kudha tokkoo fi kuma dhibba torbaa fi dhibba torbaa fi sagaltamii sadi) kafale.
📌Abbaa Qabeenyaa Oromoo Reefka Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa Biyya Yamanii irraa birrii miliyoona 3 ol baasuun biyyatti galche.
📌Abbaa Qabeenyaa jalqaba artist Hacaaluu Hundeessaaf Konkolaataa bite.
📌Abbaa Qabeenyaa Dr Kabajaa Artist Alii Birraa Birrii Miliyoona 50 ol baasee yaalchise. Hanga ammaas yaalchisaa jiru.
📌Abbaa Qabeenyaa Artist Aadam Haruun Stroke'n miidhamee Qabeenya guddaan yaalchisee akka dhaabbatee deemu taasise.
👉Brighton Trading
👉Brighton Imports and Exports
👉Brighton Real State
👉Brighton Motors
👉Brighton Car
👉Yadeta Juneydi Car Import and Sale!
Yaadataa Juneeydi Bakri (Muraad Saani) kormicha Ilma Oromooti. Jabaa kee jabeeffadhu yaa lammii tiyya🙏
Umrii dheeradhu, Ammas Daran Firaawi Adeeroo‼
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
SHARNEELLAA
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Wednesday | 09:00 - 17:00 |
| Thursday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Araarsoo feesal Abdukariim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.