QAROO HIREE
Aadaa fi duudhaa hawaasa kiyyaa addunyaatti daran muldhisuuf kutadhee ka'eera. Isinis Gama keessanii
16/03/2025
Jajjabeessaa firoonni Mohamed Salah maaloo😪😪😭😭😁😁😄😄🙈🙈🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
08/05/2024
Akm jirtu
24/03/2024
24/01/2024
Barreessitoota bara kana dhalootni qubee qabu keessaa Lammii Tarreessaa nama tokkodha. Kana dura kitaabilee amantii hawaasa isaaf gumaachaa ture. Kunoo amma immoo kitaaba “saakama” jedhu nuuf qabatee dhufe. Kitaaba kana akka gulaalaatti ilaalee waan dhaloota ammaaf bu’aa qabu hedduu keessatti argeera, isinis dubbistanii akka hubattan isiniif dhaama.
Yaada Taarraqaa Abarraa ti.
Nutis guyyaa 25-05-2016 ALH tti bakkaaf yeroo jedhametti deemnee sagantaa eebbaa kana miira ho’aadhaan akka hirmaannuun jaalalaan dhaama.
24/01/2024
24/01/2024
19/01/2024
https://www.facebook.com/100083838421158/posts/351991270938818/?app=fbl
Faaya Hundaa'ol
Duudhaalee eenyummaa
Mallattoo Oromummaa
Faaya aadaa qabnu
Kan itti midhaagnu
Uffata aadaa
Halluu babbareedaa
Walirraan uffannee
Gammachuu gonfannee
Aadaa keenyaan ifnee
Fagootti mul’annee
Kolfinee gammannee
Faayaa hundaan oliin
Bareednee faayyamnee
Gamtaan wal waamannee
Tokkummaan jiraannaa
Yoomiin waldagannee
Hordoftoonni koo martinuu dorgommii kana gochuu qofaan mucaa keechan moosifadhaa
29/11/2023
koo dorgommii kana like share gochuun akkasumas Youtube Leetoo subscribe gochuun Screenshot godhaa comment jalatti naaf ergaa ilma keechan injifachiisaa.!!!🙏
Akkan badne labatni
Aadaaf aartiin kaleessaa
Akkan dhaalle dhalootni
Waan aartii balleessaa
Tokkoof lama jettee
Deemsa kee jalqabdee
Deemsa karaa dheeraa
Milkiidhaan xumurtee
Dhaloota boruutiif
Seenaa ta'ee taa'a
Leetoon ati laatte
Nu siwaliin jirra
Lammiin saba bal'aa
Kitaaba kee eebbisuuf
Hamileefii yaadaan
Dhaabnee si utubuuf
Nu siwaliin jirra
Achitti wal garra🙏
Ogbarruun seenaadhaa
Seenaa saba guddaa
Biqiltun qaxaleedhaa
Baadhaatu waan hundaa
••• •••
Wal waamnee hunduu
Akka muddiif qabattoo
Dhangaa aartiin kan guutamee
Eebbi kitaaba leetoo
•••
Tokkummaan wal geenyee
Dhaqnee eebbifna martuu
Leetoo Aartiif aantiirraa hin hafan
Xiiqiidha hin hafamu akkamiin haftu!!
Sirni eebba Kitaabni LEETOO kan Bikiltu Wakesa Oli barreeffame Sadaasa 30 (Dilbata) waaree booda sa’aa 7:00 irraa eegalee dhangaalee aartii,aartii jechisiisan hedduun dabaalamee,bakka keessummoonni gurguddoon,aartistoonni qaqqaalii fi uummanni Oromoo bal’aan aragamanitti haala bareedaan eebbifama!!
Asumaan 'YouTube' kana liinkii armaan gadiin seenaatii 'Subscribe' godhaa!👇
https://youtube.com/?si=vT-L5knjFQy8ZcWB
Sirni eebba Kitaabni LEETOO kan Bikiltu Wakesa Oli barreeffame Sadaasa 30 (Dilbata) waaree booda sa’aa 7:00 irraa eegalee dhangaalee aartii,aartii jechisiisan hedduun dabaalamee,bakka keessummoonni gurguddoon,aartistoonni qaqqaalii fi uummanni Oromoo bal’aan argamanitti haala bareedaan eebbifama.
Kottaa hirmaadhaa 👐👐👐
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
147532
29/11/2023