Hinsarmuu Warra Meettaa
I am Oromo first!
Now,everything will be all right.
Finfinneen Kan Oromooti; waa'ee magaalaa guddoo keenyaa haasa'uuf daboo warra biraa nun barbaachisu. Because,it is our internal issue.
Kan Oromoo ta'uusheemmoo labsuun hin barbaachisu. Kana diinnis firris ni beeka; Hojjechuu qofatu barbaachisa.
Nagaan OLA!
Qabsaa'aa Oromoo fi Barsiisaa Mokonnin Ajjamaa dirqamni manatti hambiste kana hundi keenya waan dandeenyuun bira haa dhaabbannu.
Mokeen nama roorroof jilbeeffatu hin turre har'a dirqama itti ta'ee dararaan alagaan irratti gochaa ture kunoo manatti isa hambise. Yoo waliin taane Qabsaa'aa keenya kana Waaqayyo waliin fayyifachuu dandeenya.
Oromoo Birmadhaafii!
Bara nama dhaananii boo'a nama dhorkan...
Saba kootu si jibbe!
Category
Website
Address
Adama
1412
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Hinsarmuu Warra Meettaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.